Haroo Shaallaa
Haroon Shaallaa haroo alkaalaayinii yoo ta'u Sulula Qinxamaa Itoophiyaa keessatti, Paarkii Biyyoolessaa Abijaataa-Shaallaa keessatti argama.
Ibsa[gulaali | lakkaddaa gulaali]
Haroon Shaallaa kiilomeetira 28 yoo dheeratu km 12 bal'ata, walumatti lafa naannawaa 329 km isquweerii ta'u uwwisa.